Creation Science Information & Links!
MAIN
F A Q
LINKS
ARTICLES
BOOKS
IMAGES
MP3
VIDEOS

 
Seera Uumamaa 1:1  "Waaqayyo jalqabatti batiiwwan waaqaa fi lafa uume." 

Dameen barannoo uumamuutti amanu namni, laftii, fi uumamni-addunyaa hundinuu ni uumaman malee akkasumaan tasa waan tokko malee gara jireenyaatti dhufan jedhee hin amanu. 

Nuyi ardii xinnoo ogummaa Waaqayyoo isa hundaa gararraatiin uumamte, of dandeessee akkaataa jireenya ishee tuwwattee jirtu irra jiraanna. Jiraachuu, qabachuu dhaa fi du'a wajjin, bareeda, urgaa'aa, jaalalaa fi muuziqaa dhaaf dhugaa ni baana. Mee waa'ee kanaa yaadi. Heeregni, qorannaan oggummaa biyya lafaa, arfaasaan, gadhummaan, qonnaan, gaa'eelli, urjoonni, koffoon haphee nyaatamuu waan tokko malee dhufee? Tasuma uumamee....?

Dhaloota biyya lafaa irra jiraatan hundumaa irra caalaa nuyi gabiitiin jiraachuu Ogeessa Heeregaa Saayinsii isa waan hundumaa naannoo keenya akka socho'an godhe hubachuu dhabuu dhaaf sababii hin qabnu. Warra Waaqayyoon ulfeessan malee gara malee ija jabaatotaa fi shakkitoota ta'uu hin qabnu. 

Waggoota 3000 tiin dura Daawit mootichi Israa'el (Faarfannaa 8:3-4) akkana jedhee dubbate "Ati gara bantiiwwan waaqa keetii warra harka keetiin hojjetamanii, gara ji'aa fi urjoota warra ati dhaabdee yeroon ilaalu, Ati akka isa yaadattuuf namni maali? Ati akka isaaf dhimmituufis ilmi namaa maali?"


OTHER WEB SITES IN OROMO WITH CREATION SCIENCE


 
The Holy Bible in Oromo
Orominya Bible
http://www.ibs.org/bibles/oromo/
    
    

  More Christian Resources 

JESUS FILM
PROJECT
Global Recordings Network
Audio Gospel  •  Good News

International
School of
Ministry
PDF Files:
Languages
Catalog: 7MB
ChristianAnswers.net
Master's
International
School of
Divinity

 

  Main Links Page  -  www.creationism.org/topbar/links.htm
 
— OROMO, HARAR, ኦሮሚኛ, Qottu, ’Orominya —  
This language is spoken in:   Ethiopia; Kenya; Somalia

 
More creation science information is available regarding:
Biology, Geology, Archaeology, Paleontology, Astronomy, Evolution, Intelligent Design,
Adam & Eve, Noah's Ark, the Ice Age, the Garden of Eden, and Earth History.

 
Bible Illustrations - 220 Images by Doré

The Bible in Pictures - 250 Images

 
Article (in English) on:  Dinosaurs
Article (in English) on:  Giraffes
Article (in English) on:  Woodpeckers
Article (in English) on:  Bats
 
-- Other Articles in English HERE --

 

 
MAIN
F A Q
LINKS
ARTICLES
BOOKS
IMAGES
MP3
VIDEOS